Moderators: Moderators, Junior Moderators, Islam mods
Update: Jan 30, 2011: OLA claims responsibility for killing of EPRDF agent, Habtamu Lamma, in Charchar West Hararge on Jan 25th. They have also issued a warning to all agents of the regime, saying they will suffer the same fate.
Translation: On Febuary 7th 2011, OLA unit attacked a police station in the town of Awwadaay in the neighbourhood called Bashiir. The police force suffered heavy losses. As usual in response they have resorted to arresting and harassing civilians.(Madda Oduu ABO/MOA/Gurraandhala 13,2011)Humni addaa WBO Gurraandhala 7, 2011 Godina Harargee Bahaa magaalaa Awwadaay bakka ganda Bashiir jedhamutti tarkaanfii humna Poolisa Federaalaa Wayyaanee irratti fudhateen kasaaraa guddaa irraan gaheera.
Ummanni naannichaa humni addaa WBO Poolisoota wayyaaneef ergamuun ummata hiraarsaa turan adabuu isaatti gammachuu qabu ibsatuun WBO caalaatti jabeessuuf deeggarsa gama hundaa akka taaisuuf ibsaa jira.
Mootummaan wayyaanee tarkaanfii humni addaa WBO Poolisoota, tikaa fi ergamtoota isaa irratti fudhataa jirutti aaruudhaan ummata nagaa goolaa jira. Akka kanaanis lammiileen hedduun hidhamuu fi hiraarfamuutu ibsame.
Translation: On the night of Feb 18 2011, OLA units attacked an Ethiopian army base stationed near Khombolcha town. In this attack 19 Ethiopian troops were killed and atleast 25 were wounded. The camp was said to be completely destroyed. Khombolcha town is 12 km north of Harar city.
(Madda Oduu ABO/MOA/Gurraandhala 22,2011)Humni addaa gooticha WBO godina bahaa Guraandhala 18, bara 2011 Harargee bahaa naannoo magaalaa Kombolchaatti weerara mooraa waraana Wayyaanee irratti gaggeesseen loltoota sirnichaa 19 ajjeesee kanneen 25 caalan ammoo madeessuu ajajni WBO godinichaa beeksisee jira.
Tarkaanfii haleellaa halkan fudhatame kanaan qabeenyaan diinaa mooraa waraanaa san keessa tures guutummaatti barbaada’uu ajajni WBO godina bahaa dabaluun ifa godheera.
Tarkaanfiin kun moggaa magaalaa Kombolchaatti kan fudhatame oggaa tahu, magaalaan Kombolchaa magaala Harar irraa km 12 irratti argamti.
Gama biraatiin Guraandhala 5/2011 loltootni Wayyaanee naannoo magaalaa Dirre Dhawaa bakka Mannaafashaa jedhamuun beekamu ummata gooluuf qubsiifaman dhuka’aa awwaalame irra bahuun 15 ol oggaa ajjeefaman hedduun madaawuun gabaafameera.
Gootichi WBO godina bahaa tarkaanfii haleellaa diina irratti fudhataa jiru kana jabeessee kan itti fufu tahuus hubachiisee jira.
Gama biraatiin mootummaan Wayyaanee Warraaqsa biyyoota garaa garaa keessatti dhohaa jiruun baraguun basaasota baay’inaan ummata keessa bobbaasaa kan jiru oggaa tahu, ummanni bakkayyuutti dammaqiinsaan akka of eegu kan dhaame gootichi WBO, basaasota sirnichaa hojii ummata goluu irratti bobba’anis akeekkachiisee jira.
I.U.Of!!
Translation: On the 17th of Febuary 2011, just before dawn in the district of Jaarso, in the area of the Abbayyaa River of North Shawa Zone, soldiers belonging to a so called commando group of the regime stationed in the area for an offensive were attacked by OLA, leaving 9 dead and atleast 11 wounded.Gootichi WBO Godina Shawaa Kaabaa keessa sossohu, loltoota wayyaaneen Komaandoo jettee waamtu sakattaaf itti bobbaase haleeluudhaan kasaaraa guddaa kan irraan gahe yoo tahu, ergama isaaniis fashalsuun adda bittinneessee jira.
Lola Gurraandhala 17, bara 2011 bariisaa jala sa’aatii 5:00 irratti Ona Jaarsoo naannoo Laga Abbayyaatti, WBO fi waraana wayyaanee jidduutti adeemsifame kanaan loltoonni wayyaaneen komaandoo jettee ittiin dhaadattu 9 ajjeefamuu fi 11 ol madeeffamuu ajajni WBO Godinichaa beeksisee jira.
Humni wayyaanee kumaandoo jedhamu kun kan naannoo Fiichee qubsiifamee ture wayta tahu, yeroo ammaa haleella WBOn irra gaheen kasaaraan isa mudatuutti dallanuun ummata nagayaa hiraarsaa jira.
Haaluma walfakkaatuun WBOn Godina Bahaa Bitootessa 2 bara 2011 Godina Harargee Bahaa Gaara Mul’ataa bakka Laga-Areer jedhamutti, humna diinaa sakattaaf itti bobba’e haleeluudhaan 8 irraa ajjeesee 5 ammoo madeessee jira. WBOn haleellaa kanaan hidhannoolee adda addaatis humna diinaa irraa booji’uudhaan dantaa QBOf oolchuu ajajni WBO Godina Bahaa dabaluun ibseera.
On March 4th 2011, OLA killed 2 Ethiopian soldiers near the town of Gursum, East Hararge.(Madda Oduu ABO/MOA/Bitootessa 14,2011)Akka gabaasaa nu dhaqqabeetti, Humni addaa WBO Bitootessa 4 bara 2011 Godina Harargee Bahaa Magaalaa Gursum biratti tarkaanfii battalaa loltoota wayyaanee irratti fudhateen 2 ajjeesee jira.
Tarkaanfii kanaan humni diinaa kasaaraa guddaan kan mudate tahuun kan ibsame yoo tahu, WBOn haleellaa humna diinaa irratti fudhatu cimsee akka itti fufu ibseera.
http://www.jimmatimes.com/article/Lates ... ence/33897(JT) During an annual conference of the ruling party bloc Oromo Peoples Democratic Organization (OPDO), over 120 top government officials were suddenly arrested by security forces of Prime Minister Meles Zenawi, according to a local newspaper. This has led to the dismissal of nearly half the cabinet members of the regional government of Oromia.
The OPDO Oromo officials were accused of being disloyal to the Meles government.
http://www.oromoliberationfront.org/New ... %20OLF.pdf
Kamal Galchu & Dawud Ibsa factions finalize unity
Based on the reunification agreement signed on September 27, 2010, the OLF Unification Committee held its meeting from March 8-12, 2011. The Committee has successfully completed the steps necessary to resolve the internal differences that have sapped the energy and resources of our people over the last three years. Accordingly, we are happy to announce that the basis for the reconciliation of OLF is finalized.
http://www.afrol.com/articles/37609Calls for nationwide protest sparks new Crackdown
According to Ethiopia's main opposition coalition Medrek - composed of eight mostly regionally-based parties - several of its member parties have experienced a wave of arrest this week. At least 250 opposition members remain in detention, they claim.
Most of the detainees were said to be from the Oromo People's Congress (OPC) and the Oromo Federalist Democratic Movement (OFDM), two Medrek coalition partners. The OPC and OFDM are from Ethiopia's central Oromia region, which surrounds the capital, Addis Ababa.
The Medrek leadership reports that at least 217 OFDM members and 40 OPC members have been arrested during the week and that the whereabouts of most of them still were unknown.
At the same time, there are unconfirmed reports that at least 150 key members of the Oromo People's Democratic Organization (OPDO), a member of Ethiopia's ruling coalition, have been arrested on corruption charges during the same time.
Ethiopian opposition figures put all these arrests in connection with the repeated calls for Egypt-like mass protests and riots. Many of these calls have come from the key Oromia region, with the outlawed Oromo Liberation Front (OLF) repeatedly calling on Ethiopian to unite and overthrow the government of Prime Minister Meles Zenawi.
Indeed, there is a growing movement calling for mass protests in Ethiopia, inspired by the North African revolutions. Two youth groups are calling for nationwide protests on 20 May.
OLA Special Force unit operating in Northern Shoa zone, Hidhabu Abote county [woreda] around Jamai river at a place called Salal Gulla has attacked a Woyane police force unit, dispatched to evict local farmers from their land, instantly killing a police commander, named Inspector Zelalem Eshetu and severely wounding another police named Girma Boggale.
– SBO/VOL March 27 2011
On March 24th 2011, OLA Special force operating around Dirre Dhawaa at Dhangaggoo, killed a criminal high ranking Tigrayan officer named Ezekial Gabru and sent him to the fire of hell insha’allah.Bitootessa 24/2011 Humni Addaa gooticha WBO Godina Harargee Bahaa naannoo Dirree Dhawaa bakka Dhangaggoo je’amtutti qondaala Tikaa ol’aanaa wayyaanee Izqeel Gabruu je’amu yeroo dheeraf dhiiga ilmaan Oromootiin harka dhiqachaa ture irratti tarkaanfii fudhateen ajjeesee jira.
Diinni dhalootan lammii Tigraay tahe kun yeroo dheertuf bakkoota adda addatti gara jabinaan ilmaan Oromoo irratti tarkaanfiilee ajjeechaa, ukkaamsanii dhabamsiisu fi hidhaa seeran alaan irratti banuun nama yakka ol’aanaa hojjataa ture akka tahes ummanni naannichaa mirkaneesseera.
http://af.reuters.com/article/topNews/i ... HN20110407Ethiopia to charge 121 prisoners with terrorism
By Barry Malone
ADDIS ABABA (Reuters) - Ethiopia's government on Thursday said it was preparing to charge more than 100 prisoners with terrorism and dismissed calls by a rights groups to release them immediately.
The government said it had arrested 121 people in March and accused them of being members of the outlawed Oromo Liberation Front (OLF) rebel group.
Campaign group Human Rights Watch said the arrests were part of a government crackdown on opposition campaigners from Ethiopia's Oromo ethnic group.
Ethiopian Prime Minister Meles Zenawi is Washington's closest ally in the Horn of Africa but has come under increasing criticism from rights groups accusing him of crushing dissent.
Opposition officials in the capital Addis Ababa who did not want to be named told Reuters they suspected the arrests were motivated by government fear of a public uprising.
Ethiopia's government defended the arrests and said there was no limit to how long the suspects could be held as long as they were regularly remanded by the courts.
"They are being held on suspicion of OLF membership while prosecutors prepare charges against them for terrorist activities," government spokesman Shimeles Kemal told Reuters.
"Ethiopia has the right to defend itself against terrorism and these groups have no right to question that ... Nobody was arrested only for involvement in opposition politics," he added.
Prime Minister Meles Zenawi told parliament on Tuesday that some "terrorists" were using membership of political parties to cover up their activities.
He said Eritrea was stepping up attempts to destabilise Ethiopia by arming rebel groups including the OLF.
The OLF has been fighting since 1993 for more autonomy for the Oromia region. The Oromo are Ethiopia's biggest ethnic group with 27 million out of a population of 80 million.
Oromia produces most of the coffee in Africa's biggest grower, along with oil seeds, sesame and livestock, which are all key exports.
Human Rights Watch said Ethiopia had arrested more than 200 Oromos since March.
"The authorities should immediately free the Oromo opposition members unless they can bring credible charges against them," the New York-based group said in a statement.
Opposition parties said their supporters had been arrested in recent weeks.
"We have more than 80 people detained since mid-March," Merera Gudina, leader of the Oromo People's Congress, told Reuters. "The government, however, says they are members of the OLF. The arrests are ongoing."
The main opposition coalition, Medrek, last week named 68 Oromos it said were being held without charge because of their political affiliations.
Return to “Soomaali Galbeed - General Discussions”
Users browsing this forum: No registered users and 4 guests